ACADEMY
"Kaayyoon keenya qabxii barataa fooyyeessuu qofa osoo hin taane, yaad-qalbii barataa jijjiiramee arguudha!"
"Our mission is not just to improve grades, but to see a transformed student mindset!"
Hundeessaa fi Barsiisaa / Founder & Educator
Barnoota bilisaa qulqullina qabu dhaloota boruutiif dhiyeessina.
(Providing free quality education for the next generation.)
Barnoota bifa salphaa fi ifa taβeen barataa hunda biraan gaβuu, akkasumas barataan dandeettii ofitti amanamummaa isaa akka ijaarratu gargaaruu.
To reach every student with simple and clear education, and help them build self-confidence.
Dhaloota beekumsaan qaramee fi jireenya isaa jijjiiruu dandaβu uumuun, hawaasa barate ijaaruu dha.
To build an educated society by creating a generation sharpened with knowledge that can change their lives.